| |
MAMMAAKSAA
Oromooni yeeroo duri ganamaa gaafa Sirna Gadaa yoo namni tokkoo yakka
dalagee fi intalaa butee, jarsaatti(mangudotti) himatuu; isaanis gamaa fi
gamanaa ilaalani kotuu dhufee jedhani wol jalaa qabani mammaksaan dubbii
barechisaa dubbataani kaa wol dhabee ararsaani kaa intalaa butee
yakkisisaani ararsuu ture. Sababaa kanaaf mammaksi saba oromoo biratti bakka
guddaa qaba,kanafis "mammaksi kobaa dubbitti,mammakni/si dubbii fixaa
ykn dubbii fidaa" jedhamaa. Anis fuula kana jalatti mammaksotaa gaaf
duri oromoon ittiin dhima bayaa turte keessaa kanin beeku isin wojjiin
qodadha,namni mammaksaa feedback jalatti ykn imoo webmaster iratti naaf
ergitaan galatoma!!!!!!
-
Woli galaan alaa galaani ....unity
is strength division is weakness (Tanzania).
-
Qeransaa egee hin qabiin qabdu
gadi hin dhisiini....lets dog sleep other wise if anything is done against them
it is a problem (Tanzania).
-
Waan facasaani hamataani...he/she
who farm little harvest less (Tanzania)
-
Bekaan kan dubbatuu beeka,wolalaan
waan bekuu dubbataa...a lazy person talks for so long , a determinant does
(Tanzania).
-
Kormii biyaa ambaa ni bokkisaa...the prince has all rights in his/her home.
-
Kaa Dhugaa hin qufiin ,Dhugulee hin
qufuu...struggle to farm ,gifts can't satisfy your needs.
-
Gababadhulee anumatuu abba keeti
jedhe hareen gangeeni...Your mother is still your mother ,though her legs be small
(Malawi).
-
Sirbaaf bayaani mormaa hin
dhofatani...A tractor driver doesn't fear dust.
-
lafaa hin butuu laferaa butii...what goes into the stomach is not lasting.
-
Calee citee calumaa jedhaani...the
broken plate cannot be rejoined.
-
Lukkaa lama qabatanii fi mukaa
lama hin koraani...it is impulsive to climb two trees at once just because one
has two legs.
-
Manii hadhaa manatiini baredaa...a
home without a mother is desert.
-
Lencaa mofee daraan
bafataani..when alion gets old even flies attack him.
-
Sareen bakkaa nyatee dutii..a dog
knows the places he is thrown food.
Baacoo
-
Baraa
duri gaafi tokkoo mukatu wolga'ee kottaa qottoo sanyii ishii lafaraa
ballessinaa jedhe woli gafatee. Isanuma keessaa inni tokkoo maaliif jedhe
debbisee gafanaani MUREE SANYII KEENYA kan lafarraa fixe isadha jedhaniini.
Inni biroo oli ka'ee koota akkas gonaa jedhe yadaa dhiyesee "Qottoon
maal nu gotee? Numa keessaa mukni JALATAANI jiraa,isatu qottoo wajjin ta'ee
nu fixee kottaa isa jajal'aa ifii keessaa balleessinaa jedhe yadaa kana
irratti woli galani" jedhama. ITTI YAADA.....
GORSAAF
JECHAA
-
Waa sadii
Kabajii-Manguddoo,Jaalala fi Aadda tee.
-
waa sadii
Kunuunsi-namootaaf yaaduu, gammachuu fi waan argattee.
-
waa sadii
Towadhuu-Arrabaa kee, Aarii fi waan hojjatuu.
-
waa sadii
Hubadhuu-Jechoota ,Amalaa fi Qalbii.
-
waa sadii
Dinqiisiifadhuu-Beekumsaa ,Miidhaginaa fi Ogummaa.
-
waa sadii
Jabesii-Hiriyyummaa,Jaalala fi Wareega.
Still More
to Come........
|